Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayyaas 49

25 Rabbii Allaahan garuu akkana jedha:

"Eeyyee, gootota harkaa boojiʼamtoonni ni baafamu;

gara jabeeyyii harkaas boojuun ni fudhatama;

warra siin falmaniin nan falma;

ijoollee kees nan baraara.

Veja também