Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 63

16 Yoo Ibraahim nu beekuu baatee,

yookaan Israaʼel nu yaadachuu baate iyyuu,

ati dhugumaan abbaa keenya;

Rabbii Allaah, ati abbaa keenya;

Furaan keenya durumaa jalqabee maqaa kee ti.

Veja também