4 Akka ani warra dadhaban jajjabeessuuf,
Rabbii Allaahan Gooftaan arraba barate naa kenneera.
Inni ganama ganama na dammaqsa;
akka inni akkuma barataa tokkootti dhaggeeffatuufis gurra koo dammaqsa.