Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayyaas 58

13 "Ati yoo miilla kee Sanbata cabsuu irraa eeggattee

guyyaa koo qulqulluu waan jaallattu gochuu dhiifte,

ati yoo Sanbataan, Gammachuu

guyyaa qulqullaaʼaa Rabbii Allaahatiin immoo, Kabajamaajette,

yoo daandii ofii keetii deemtuu fi yoo waan feete gochuu

yookaan haasaa faayidaa hin qabne haasaʼuu baattee Sanbata ulfeessite,

14 yeroo sana Rabbii Allaahatti ni gammadda;

anis akka ati lafa ol dheeraa irra guluftu,

dhaala abbaa kee Yaaʼikuub nyaattee akka quuftus sin taasisa."

Afaan Rabbii Allaah dubbateeraatii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também