Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 116

1 Ani Waaqayyoon nan jaalladha;

inni sagalee waammata kootii naa dhagaʼeeraatii.

2 Sababii inni gurra isaa gara kootti deebiseef,

ani hamman lubbuun jiraadhutti isa nan waammadha.

3 Kiyyoon duʼaa na marse;

dhiphinni Siiʼoolis na qabate;

ani rakkinaa fi gaddaan nan moʼame.

4 Anis, "Yaa Waaqayyo na oolchi!" jedhee

maqaa Waaqayyoo nan waammadhe.

5 Waaqayyo arjaa fi qajeelaa dha;

Waaqni keenya gara laaffessa.

6 Waaqayyo garraamota ni eega;

yeroo ani baayʼee rakkadhetti isatu na gargaare.

7 Yaa lubbuu ko, boqonnaa keetti deebiʼi;

Waaqayyo waan gaarii siif godheeraatii.

8 Ati yaa Waaqayyo lubbuu koo duʼa irraa,

ija koo imimmaan irraa,

miilla koo gufachuu irraa waan oolchiteef,

9 ani biyya warra jiraatoo keessa,

fuula Waaqayyoo dura nan jiraadha.

10 Ani yeroo, "Ani baayʼee dhiphadheera" jedhetti,

amantii koo eeggadheera.

11 Ani yommuun burjaajaʼetti,

"Namni hundinuu sobduu dha" nan jedhe.

12 Waan gaarii inni naa godhe hundaaf,

ani Waaqayyoof maalan deebisa?

13 Ani xoofoo fayyinaa ol kaasee

maqaa Waaqayyoo nan waammadha.

14 Fuula saba isaa hundumaa duratti,

ani wareega koo Waaqayyoof nan galcha.

15 Duuti qulqulloota isaa,

fuula Waaqayyoo duratti ulfina qaba.

16 Yaa Waaqayyo, ani dhugumaan tajaajilaa kee ti;

ani tajaajilaa kee ilma tajaajiltuu keetii ti;

ati foncaa koo narraa hiikteerta.

17 Ani aarsaa galataa siif nan dhiʼeessa;

maqaa Waaqayyoos nan waammadha.

18 Iddoo sabni isaa hundi jirutti,

ani wareega koo Waaqayyoof nan galcha;

19 yaa Yerusaalem si keessatti,

oobdii mana Waaqayyoo irrattis nan galcha.

Haalleluuyaa.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.