Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 147

1 Haalleluuyaa.

Faarfannaadhaan Waaqa galateeffachuun akkam gaarii dha;

isa galateeffachuun akkam gammachiisaa fi kan maluu dha!

2 Waaqayyo Yerusaalemin ni ijaara;

Israaʼeloota boojiʼamanis walitti qaba.

3 Warra garaan cabe ni fayyisa;

madaa isaaniis walitti hodha.

4 Inni baayʼina urjiiwwanii ni beeka;

tokkoo tokkoo isaaniis maqaa maqaadhaan waama.

5 Gooftaan keenya guddaa dha; humni isaas jabaa dha;

hubannaan isaas dhuma hin qabu.

6 Waaqayyo warra gad qabaman ni jiraachisa;

hamoota garuu lafatti darbata.

7 Galata galchaa Waaqayyoon faarfadhaa;

baganaadhaanis Waaqa keenyaaf weeddisaa.

8 Inni samiiwwani duumessaan haguuga;

lafaafis bokkaa kenna;

tulluuwwan irrattis marga biqilcha.

9 Horiidhaaf waan isaan dheedan,

yommuu ilmaan arraagessaa iyyanitti nyaata isaaniif ni kenna.

10 Inni jabina fardaatti hin gammadu;

yookaan miilli namaa isa hin gammachiisu;

11 Waaqayyo warra isa sodaatanitti,

warra araara isaa abdatanitti ni gammada.

12 Yaa Yerusaalem, Waaqayyoon galateeffadhu;

Yaa Xiyoon Waaqa kee galateeffadhu.

13 Inni danqaraa karra keetii ni jabeessaatii;

ijoollee kees si keessatti eebbisa.

14 Daarii keetiif nagaa kenna;

qamadii qulqulluudhaanis si quubsa.

15 Inni ajaja isaa gara lafaatti ni erga;

dubbiin isaas ni ariifata.

16 Inni cabbii akkuma suufiitti diriirsa;

qorras akkuma daaraatti bittinneessa.

17 Dhagaa cabbii akkuma cirrachaa gad darbata.

Dhaamocha isaa dura eenyutu dhaabachuu dandaʼa?

18 Inni dubbii isaa ergee isaan baqsa;

bubbee isaa ni kaasa; bishaanonnis ni yaaʼu.

19 Inni dubbii isaa Yaaqoobitti,

seeraa fi sirna isaa immoo Israaʼelitti mulʼiseera.

20 Waan kana saba biraa tokkoof iyyuu hin goone;

isaan seera isaa hin beekan.

Haalleluuyaa.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.