Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 56

Dura buʼaa faarfattootaatiif. Yeedaloo "Gugee Qilxuu Fagoo irraa" jedhuun faarfatame. Miiktaamii Faarfannaa Daawit. Innis yeroo Filisxeemonni Gaati keessatti isa qaban faarfate.

1 Yaa Waaqi na maari;

diinonni koo akka malee na ariʼu;

guyyaa guutuus na cunqursu.

2 Diinonni koo guyyaa guutuu na gaadu;

namoonni baayʼeen of tuulummaadhaan na lolu.

3 Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.

4 Waaqa ani dubbii isaa jajadhu,

Waaqa nan amanadha; homaa hin sodaadhu.

Namni duʼa hin oolle maal na gochuu dandaʼa?

5 Isaan guyyaa guutuu dubbii koo micciiru;

na miidhuudhaafis yeroo hunda natti malatu.

6 Isaan ni mariʼatu; ni riphus;

lubbuu koo galaafachuuf jedhanii

tarkaanfii koo eeggatu.

7 Sababii hammina isaaniitiif akka isaan miliqan hin godhin;

yaa Waaqi, dheekkamsa keetiin saboota gad deebisi.

8 Gadadamu koo galmeessi;

imimmaan koos kitaaba kee keessatti barreessi;

isaan galmee kee keessa jiru mitii?

9 Yommuu ani gargaarsaaf si waammadhutti,

diinonni koo dugda duuba deebiʼu.

Anis kanaan akka Waaqni na wajjin jiru beeka.

10 Waaqa ani dubbii isaa jajadhu,

Waaqayyo ani dubbii isaa jajadhu,

11 Waaqa nan amanadha; ani homaa hin sodaadhu.

Namni maal na gochuu dandaʼa?

12 Yaa Waaqi wareegni kee narra jira;

aarsaa galataas siif nan dhiʼeessa.

13 Akka ani fuula Waaqaa dura,

ifa jireenyaa keessa deddeebiʼuuf,

ati lubbuu koo duʼa jalaa,

miilla koos gufachuu oolchiteertaatii.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.