Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 98

Faarfannaa.

1 Waaqayyoof faarfannaa haaraa faarfadhaa;

inni dinqii hojjeteeratii;

harki isaa inni mirgaatii fi irreen isaa qulqulluun,

akka inni moʼannaa argatu godhaniiru.

2 Waaqayyo akka fayyisuun isaa beekamu godheera;

qajeelummaa isaas sabootatti mulʼiseera.

3 Inni jaalala isaatii fi amanamummaa isaa

mana Israaʼeliif yaadateera;

daariin lafaa hundinuu,

fayyisuu Waaqa keenyaa arganiiru.

4 Lafti hundinuu Waaqayyoof ililchaa;

faarfannaa gammachuutiin iyyaa; weedduu galataas weeddisaa;

5 baganaadhaan faarfannaa galataa,

baganaa fi sagalee weedduutiin Waaqayyoof faarfadhaa;

6 malakataa fi sagalee gaanfaatiin,

fuula Waaqayyo mootichaa duratti ililchaa.

7 Galaannii fi wanni isa keessa jiru hundinuu,

addunyaa fi wanti ishee keessa jiraatu hundinuu haa huursan.

8 Lageen harka isaanii haa rurrukutan;

tulluuwwanis tokkummaadhaan haa ililchan;

9 isaan fuula Waaqayyoo duratti haa faarfatan;

inni lafatti murteessuu ni dhufaatii.

Inni addunyaaf qajeelummaadhaan,

namootaaf immoo utuu wal hin caalchisin murtii kenna.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.