Publicidade

Salmos 1

1 Namni gorsa hamootaatiin hin deddeebine,

yookaan karaa cubbamootaa irra hin dhaabanne,

yookaan barcuma qoostotaa irra hin teenye, eebbifamaa dha.

2 Garuu inni seera Waaqayyootti gammada;

seera isaas halkanii guyyaa irra deddeebiʼee itti yaada.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-