Publicidade

Salmos 103

1 Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon eebbisi;

keessi namummaa koo hundi maqaa isaa qulqulluu sana eebbisaa.

2 Yaa lubbuu koo Waaqayyoon eebbisi;

tola isaa hundas hin irraanfatin.

3 Inni cubbuu kee hundumaa siif dhiisa;

dhukkuba kee hundumaa ni fayyisa;

4 jireenya kee boolla irraa ni baraara;

jaalalaa fi gara laafinaan si gonfa;

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-