Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 103

17 Jaalalli Waaqayyoo garuu bara baraa hamma bara baraatti

warra isa sodaatan wajjin ni jiraata;

qajeelummaan isaa immoo ijoollee ijoollee isaaniitti darba;

18 warra kakuu isaa eeganitti,

warra ajaja isaatti buluu yaadatanittis ni darba.

Veja também