Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 107

28 Isaan rakkina isaanii keessatti Waaqayyotti iyyatan;

innis dhiphina isaanii keessaa isaan baase.

29 Inni akka dambaliin sun qabbanaaʼuuf

dhaʼaa galaanaa calʼisiise.

30 Isaan waan dambalii fi dhaʼaan galaanaa sun calʼisaniif ni gammadan;

haala kanaanis gara qubata doonii barbaadaniitti isaan geesse.

Veja também