Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 116

1 Ani Waaqayyoon nan jaalladha;

inni sagalee waammata kootii naa dhagaʼeeraatii.

2 Sababii inni gurra isaa gara kootti deebiseef,

ani hamman lubbuun jiraadhutti isa nan waammadha.

Veja também