Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 132

17 "Ani achitti akka gaanfi tokko Daawitiif biqilu nan godha;

dibamaa koofis ibsaa qopheesseera.

18 Diinota isaatti qaanii nan uffisa;

gonfoon mataa isaa irraa garuu ni ifa."

Veja também