10 Ati sababii Waaqa koo taateef,
akka ani fedhii kee guutu na barsiisi;
hafuurri kee gaariin sun
karaa wal qixxee irra na haa qajeelchu.
11 Yaa Waaqayyo, maqaa keetii jedhiitii lubbuu koo jiraachisi;
qajeelummaa keetiinis rakkina keessaa na baasi.