Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 19

1 Samiiwwan ulfina Waaqaa odeessu;

bantiin samiis hojii harka isaa labsa.

Veja também