Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 22

22 Maqaa kee obboloota kootti nan labsa;

waldaa keessattis sin jajadha.

23 Isin warri Waaqayyoon sodaattan isa jajadhaa!

Isin sanyiin Yaaqoob hundinuu isa ulfeessaa!

Sanyiin Israaʼel hundinuus isa sodaadhaa!

Veja também