Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 22

7 Warri na argan hundinuu natti kolfu;

mataa isaanii raasanii na arrabsu.

8 Akkanas jedhu; "Inni Waaqayyoon amanata;

mee Waaqayyo isa haa oolchu kaa.

Inni waan isatti gammaduuf, isa haa oolchu."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também