Faarfannaa Daawit.
1 Yaa Waaqayyo, sababii ani jireenya hirʼina
hin qabne jiraadheef, ati naa murteessi;
anis utuu asii fi achi hin raafamin,
Waaqayyoon amanadheera.
1 Yaa Waaqayyo, sababii ani jireenya hirʼina
hin qabne jiraadheef, ati naa murteessi;
anis utuu asii fi achi hin raafamin,
Waaqayyoon amanadheera.