Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 28

6 Waaqayyo haa eebbifamu!

Inni iyya kadhannaa kootii naa dhagaʼeeraatii.

7 Waaqayyo jabina koo fi gaachana koo ti;

garaan koo isa amanata; anis gargaarsa argadheera.

Garaan koo baayʼee gammada;

anis faarfannaadhaan isa nan galateeffadha.

Veja também