7 Waaqayyo jabina koo fi gaachana koo ti;
garaan koo isa amanata; anis gargaarsa argadheera.
Garaan koo baayʼee gammada;
anis faarfannaadhaan isa nan galateeffadha.
8 Waaqayyo jabina saba isaa ti;
dibamaa isaatiifis daʼoo fayyinaa ti.