Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 34

1 Ani yeroo hunda Waaqayyoon nan eebbisa;

galanni isaas yeroo hunda afaanii na hin buʼu.

2 Lubbuun koo Waaqayyoon boonti;

cunqurfamtoonni dhagaʼanii haa gammadan.

3 Na wajjin Waaqayyoof ulfina kennaa;

kottaa walii wajjin maqaa isaa ol kaafnaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também