Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 34

8 Akka Waaqayyo gaarii taʼe mee miʼeeffadhaa ilaalaa;

namni isatti kooluu galu eebbifamaa dha.

9 Isin qulqulloonni isaa Waaqayyoon sodaadhaa;

warri isa sodaatan homaa hin dhabaniitii.

10 Leenci saafelli iyyuu waa ni dhaba; ni beelaʼas;

namni Waaqayyoon barbaaddatu garuu waan gaarii tokko illee hin dhabu.

11 Yaa ijoollee ko, kottaa na dhagaʼaa;

anis Waaqayyoon sodaachuu isinan barsiisa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também