1 Akkuma gadamsi bishaan yaaʼutti gaggabu sana,
yaa Waaqa ko, lubbuun koo sitti gaggabdi.
2 Lubbuun koo Waaqayyoon Waaqa jiraataa dheebotti.
Ani yoomin dhaqee fuula Waaqaa arga?

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.