3 Harka kee mirgaatiin, irree keetii fi ifa fuula keetiitiin dhaalan malee
isaan goraadee isaaniitiin lafa sana hin dhaalle;
yookaan irreen isaanii moʼannoo isaaniif hin fidne;
ati isaan jaallatteertaatii.
4 Ati Mootii koo fi Waaqa koo
kan Yaaqoobiif moʼicha ajajjuu dha.