Publicidade

Salmos 44

6 Ani iddaa koo hin amanadhu;

goraadeen koos moʼannaa naa hin fidu;

7 ati garuu diinota keenya jalaa nu oolchita;

warra nu jibban immoo ni qaanessita.

8 Nu yeroo hundumaa Waaqaan dhaadanna;

maqaa kees bara baraan ni galateeffanna.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-