Publicidade

Salmos 78

1 Yaa saba ko, barsiisa koo dhagaʼaa;

dubbii afaan koo dhaggeeffadhaa.

2 Ani fakkeenyaan afaan koo nan banadha;

waan durumaa jalqabee dhokfames nan dubbadha.

3 Kunis waanuma nu dhageenyee fi waanuma nu beeknu,

waan abbootiin keenya nutti himanii dha.

4 Nus waan kana ijoollee isaanii duraa hin dhoksinu;

hojii Waaqayyoo ulfina qabeessa sana,

humna isaatii fi dinqii inni hojjete,

dhaloota itti aanutti ni himna.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-