23 Inni garuu samii gubbaatiif ajaja kenne;
balbala samiis ni bane;
24 akka isaan nyaataniif mannaa gad roobseef;
midhaan samiis isaaniif kenne.
25 Namoonni buddeena ergamoota Waaqayyoo nyaatan;
inni waan isaan nyaatanii quufan ergeef.