17 Eebbi Waaqa keenya Gooftichaa nurra haa buʼu;
hojii harka keenyaas jabeessii nuu dhaabi;
eeyyee, hojii harka keenyaa jabeessii nuu dhaabi.