Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 92

14 Isaan amma iyyuu bara dullumaa keessa ija naqatu;

gabbataniis dagaaganii jiraatu.

15 Isaanis, "Waaqayyo tolaa dha; inni Kattaa koo ti;

hamminni isa keessa hin jiru" jedhanii labsu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também