Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 33

1 Yaa qajeeltota, isin Waaqayyotti gammadaa;

isa jajuun tolootaaf ni mala.

2 Kiraaraan Waaqayyoon galateeffadhaa;

baganaa ribuu kudhan qabuun isaaf faarfadhaa.

3 Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa; ribuu haalaan rukutaa;

sirriitti rukutaa; gammachuudhaanis ililchaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também