Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 90

1 Yaa Gooftaa, ati dhaloota hunda keessatti

iddoo jireenyaa nuu taateerta.

2 Utuu tulluuwwan hin dhalatin

yookaan utuu ati lafaa fi addunyaa hin uumin,

baraa baraa hamma bara baraatti ati Waaqa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também