Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 10

13 Nami hamaan maaf Waaqa tuffata?

Maaf gadhaa ifii keessatti,

«Inni na hin adabu» jedha ree?

14 Ee Mootii Waan Maraa,

ati ammoo hin dhaggitta;

rakkinnaa fi gadda dhaggitee

yennaa mara qarqaarsaaf hin qophootta.

Worri rakkataan harka keetitti ifi kennata;

atille ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanne

hin qarqaarta.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também