Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 100

3 Mootiin Waan Maraa akka Waaqa te’e beeka’a;

ka nu dade isa; nuutille ka isaa ti;

nuuti kolbaa isaa ti; hoolota inni tiffatu.

4 Galateeffataa gara karra isaa,

leellifataa gara badhinna mana isaa duraa seena’a;

isa galateeffataa, maqaa isaa leellisa’a.

Veja também