Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 103

Jaalala Waaqaa

Faaruu Daawitii.

1 Ee lubbuu tiyya Mootii Waan Maraa leellisi;

keessi kiyya duudiin maqaa isaa woyyicha leellisi.

2 Ee lubbuu tiyya Mootii Waan Maraa leellisi;

waan dansaa inni godhe mara hin dedhin.

3 Ka cubbuu teeti mara si’iif araaramu,

ka dhukkuba keeti mara fayyisu,

4 ka jiruu teeti awwaalamuu irraa wodu,

ka jaalala bara baraatii fi marartii sii kennu,

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também