Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 103

8 Mootiin Waan Maraa

mararti’ii fi araaraan ka guutame,

ka aari’iif hin ariifannee fi ka jaalala guddaa qabu.

9 Inni yennaa mara yakkaa teenna hin laakkowu;

haga bara baraa aari’iin hin turu.

10 Inni akka cubbuu teennaatitti nu irratti hin huju;

akka yakkaa teennaatitti gatii nu’uuf hin kaffalle.

11 Akkuma ol-gubbaan lafa irraa ol fagaattu,

worra isa sodaatuuf jaalalli isaa ka bara baraa

akka malee gudda’a.

12 Akkuma garri aduun baatu

gara aduun seentu irraa fagaatu,

inni cubbuu teenna nu irraa fageessa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também