Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 104

14 Marri hori’iif akka latu,

namaafille sagalee waan te’uuf,

lafa irraa midhaan akka latu goota.

15 Woyniin gadhaa namaa akka gammachiittu,

zayitiin fuula namaa akka cululussitu,

sagaleen akka nama jabeessitu goota.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também