Rakkoo Hedduu Keessaa Waan Baaseef Galata Waaqaaf Dhikaatu
1 Mootiin Waan Maraa dansaa waan te’eef,
inni haga bara baraa kolbaa waan jaalatuuf,
isa galateeffadha’a.
2 Worri Mootiin Waan Maraa wode,
ka inni harka diinaa jalaa wode,
1 Mootiin Waan Maraa dansaa waan te’eef,
inni haga bara baraa kolbaa waan jaalatuuf,
isa galateeffadha’a.
2 Worri Mootiin Waan Maraa wode,
ka inni harka diinaa jalaa wode,
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.