Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 107

28 Achiin duuba isaan rakkinna ifii keessatti

gara Mootii Waan Maraa iyyane;

innille rakkinna isaanii keessaa isaan baase.

29 Inni hobonbolattii sarmisiisee,

danbaliille cadhi godhe.

30 Isaan danbaliin waan cadhitteef gammadanee,

innille gara buufata hoboloo gudditti’ii

ta isaan bira geyiisaaf fedhanee isaan geesse.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também