Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 107

8 Jaalala isaa ka bara baraatiif,

waan bilbaasaa ka inni ilmaan namaatiif godheef,

isaan Mootii Waan Maraa galateeffatanuu ti.

9 Inni worra dheebote dheebuu baasa;

worra beelotelle waan dansa’aan quussa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também