Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 116

6 Mootiin Waan Maraa

worra gad ifi qabu hin eega;

yennaa ani gad qabame, inni na qarqaare.

7 Mootiin Waan Maraa

waan dansaa waan si’iif godheef,

ee lubbuu tiyya, gara foora keetii deebi’i.

8 Ee Mootii Waan Maraa,

lubbuu tiyya du’a irraa,

ila tiyya imimmaan irraa,

miila kiyya gufatiisa irraa hamburte.

9 Maarre ani Mootii Waan Maraa dura,

lafa worra jiraata’aa keessa ideema.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também