89 Ee Mootii Waan Maraa,
jechi keeti haga bara baraa,
ol-gubbaa keessatti jabaatee jiraata.
90 Addatamummaan teeti
dhalootaa irraa haga dhaloota maraatitti
hin jiraatti;
ati lafa daddeerta;
isiille jabaattee jiraatti.
89 Ee Mootii Waan Maraa,
jechi keeti haga bara baraa,
ol-gubbaa keessatti jabaatee jiraata.
90 Addatamummaan teeti
dhalootaa irraa haga dhaloota maraatitti
hin jiraatti;
ati lafa daddeerta;
isiille jabaattee jiraatti.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.