Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 127

3 Ijoolleen kennansa Mootii Waan Maraa ti;

midhaan gadaamessaa,

eebba isaa ti.

4 Ilmaan dargaggumma’aan uumatanu,

akka daaya harka loltootaa keessa jirtuu ti.

5 Nami ilmaan akka daayaa mana guutate

gammaduu ti;

diinota ifii woliin

karra qacha’aa keessatti yennaa wol falme,

inni hin qaanowu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também