Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 139

7 Ayyaana keeti duraa eessa deemuu dande’a?

Fuula keeti duraa eessa baqatuu dande’a?

8 Gara ol-gubbaaa yoo ol baye, ati achi jiraata;

addee worri du’e jiru keessa yoo irkadhelle,

ati achi jirta.

Veja também