Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 145:8-12

8 Mootiin Waan Maraa marara’a; arjaalle’e;

aari’iif hin ariifattu;

jaalalli isaalle gudda’a.

9 Mootiin Waan Maraa nama maraaf dansa’a;

inni waan ifii dade mara hin marara.

10 Ee Mootii Waan Maraa,

wonni ati dadde marti si hin leellifatti;

kolbaan teeti marti si hin saadatti.

11 Isaan marroo ulfinna mootummaa teetii,

marroo hunna teetii hin dubbatan.

12 Akka kanaan namooti marti

hujii teeti ta baasaatii fi

mootummaa teeti

arnya qabeettii ulfinnaa hin beekan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.