Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 148

12 dargaggeeyyiin dhiiraatii fi durraa,

jaarsole’ee fi ijoolleen,

Mootii Waan Maraa leellisa’a!

13 Maqaan isaa callaan

ka saadame waan te’eef,

ulfinni isaa lafaa fi

ol-gubbaa irra waan jiruuf,

isaan maqaa Mootii Waan Maraa

leellisanuu ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também