Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 17

3 Gadhaa kiyya yoo qorqorte,

halkaniin gara kiyya dhuttee,

yoo haga na ilaalte,

hammeenna na keessatti hin dhaggitu;

afaan kiyyalle cubbuu hin dubbatu.

4 Jecha afaan keeti keessaa bayuuf ajajamee,

waan namooti hujanu irraa,

karaa isaan hunnaan nama irratti ka’anu irralle’ee,

ifi eeggadheera.

5 Ideensi kiyya daandii teeti eegateera;

miilli kiyyalle hin fallaanne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também