Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 19

9 Mootii Waan Maraa sodaatiis yaada qullicha;

yaadi kun haga bara baraa jiraata.

Muraan Mootii Waan Maraa marti dhuga’a;

isiin yennaa mara haqa.

10 Worqii gatii guddo’oo caalaa,

worqii baqisiisanee qulleessane caala’aayyuu gatii qaddi.

Damma caalaa,

nadhii dammaa caalaa mi’ootti.

11 Ani tajaajilaan keeti isi’iin gorfama;

isii eegatiisaan gatii guddoo dhaggadha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também