Galata Injifachaa Dhagganteef Dhikaate
Faaruu Daawitii, sooressa faarfattootaatiif.
1 Ee Mootii Waan Maraa,
mootichi jabeenna keetiin gammada;
injifachaa ati isaa kenniteen,
gammadi isaa attam attam gudda’a!
1 Ee Mootii Waan Maraa,
mootichi jabeenna keetiin gammada;
injifachaa ati isaa kenniteen,
gammadi isaa attam attam gudda’a!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.