Iyya Gaddaatii Fi Faaruu Leellisaa
Sooressa faarfattootaatiif, faaruu Daawitii ta yoyyoma, «Gadansa dayya’a boru’uu» jedhantuun faarfatante.
1 Waaqa kiyya, Waaqa kiyya, maaf na lakkitte?
Ati maaf na qarqaariisa irraa,
jecha aadiisa kiyyaa irraa fagaatte?